Skip to content
Scan a barcode
Scan
Paperback Walabummaa Hafuuraa (Liberty to the Captives): Qajeelfama Leenjii [Oromo] Book

ISBN: 0648420892

ISBN13: 9780648420897

Walabummaa Hafuuraa (Liberty to the Captives): Qajeelfama Leenjii [Oromo]

Kitaabni Walabummaa Hafuuraa jedhu kun fayyinaafi walabummaa karaa adda ta'een namootaaf ni argamsiisa. Ijoolleen Waaqayyoo humna fannootin akka bilisa ba'an kan gargaaran furtuulee gara garaa ni dhiheessa (Romaa 8:21). Kadhannaaleefi Labsiilen kitaaba kana keessatti argaman ardiilee ja'an keessatti yaaliin itti taasifameera. Namoota bilisa baasuf, hidhaa dhalootaa gara dhalootaa darbu kan bara baraa cabsuudhan ragoota Kiristoos kan firii buusan taasisuuf akka dandeessisu mirkanaa'ee jira.

Recommended

Format: Paperback

Condition: New

$14.71
Save $2.29!
List Price $17.00
50 Available
Ships within 2-3 days

Customer Reviews

0 rating
Copyright © 2026 Thriftbooks.com Terms of Use | Privacy Policy | Do Not Sell/Share My Personal Information | Cookie Policy | Cookie Preferences | Accessibility Statement
ThriftBooks® and the ThriftBooks® logo are registered trademarks of Thrift Books Global, LLC
GoDaddy Verified and Secured